Coffee Implementation Guide (in Oromifa) 15Jan14

Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti
Gaggeefamu/Raawwatamu

Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru

Ulaagaa Ittifufinsa Qonnaa irraatti hunda’udhaan
neetiwarkii Ittifufinsa Qonnaa (NIQ)

GALATAA
Qajeelfamin Kun Kan Qopheesan: heddumatee, akka raabisamu qarshiindhan deeggarsa kan godhee
dhabbataa Qajelcha Misooma Adunyaa (DFID) Gargarsa Gurgurta Warsha Nyaata Olu irraatti Rakkoo
Qunamu Ken GarGaru (FRICH), Taylors of Harrogate kan jedhamu hundaafu akka Galanni Dhaqabuuf.

Barru kanaa Kan Qopheese ogeessota Misooma Qonnaa fi Qajelcha Boordii Qonnaa biyya (NAEB) kan
Qonnaa Biyya Ruwwandaa (RAB) fi dhaabbilee (COOPAC) fi (KZ) dhabbata Bunaa hundaafu Galanni
isaaniif Haata’u.

Karengera Coffee Ltd.

Namootaa Qajeelfama kanaa Barreesan:
Reiko Enomoto, Training Manager, Sustainable Agriculture Division, Rainforest Alliance

Qindominaan Hojjii Ogummaa isaan Kan kennaan.
Jean Marie Irakabaho, Rwanda National Coordinator, Rainforest Alliance
Winnie Mwaniki, East Africa Regional Manager, Rainforest Alliance
Marc Monsarrat, Senior Manager (East Africa & South Asia), Rainforest Alliance
Simon Martin Mvuyekure, Head of Coffee Program, Rwanda Agriculture Board (RAB)
Jean Marie Sabato, Certification Project Coordinator, Coopac Ltd.
Emmanuel Rwakagara Nzungize, President, Coopac Ltd.
Gilbert Gatali, Managing Director, KZ Noir Karengera Coffee Ltd.
Célestin M. Gatarayiha, Head of Coffee Division, National Agricultural Export Development Board (NAEB)
Pierre Claver Gahakwa, Director of Certification, National Agricultural Export Development Board (NAEB)
Mario Serracin, Rogers Family Company
Suuroota kanaa Kan Kaassee
Reiko Enomoto, Rainforest Alliance

* Galataa gudda qote bulaa hojii kan Fakki hojjatan agarsiisuu keessaatti hirmataniif Ulifinaaf galaataa guddaa
galichaaf.

© 2013 Rainforest Alliance
Mirgii Hundu Eegamadha


Seensaa

Qajeelfama Hojjiin Bunaa Itti
Gaggeefamu/Raawwatamu

Boqqannoo 1:
Bulcinsa ilbisoota Omisha
Bunaa irraatti

Boqqannoo 2
Bulchinsa Egumusaaf Qabisaa
Qorichoota.

Qote bulaa Bunaa Omishuuf Kan Gargaru
Boqqannoo 3:
Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 4:
Eegumusaa Bishaan


Boqqannoo 5:
Eegumusa Biyyoo

Boqqannoo 6:
Bulchisa Xurii, Balifaa,
Haraa manaa

Boqqannoo 7:
Naannoo Hojji Hojetaaf
Mijaa Godhu

Boqqannoo 8:
Bulchinsa Qonnaa

1

Seensaa

Seensaa Itti fufinsa Omisha Qonnaa Bunaa
Buni biyyaa Afirriika keessaatti mindhaan sharaafa biyyaa alaa galichu keessaa olii

aanaadha. Kanaa mlaee qote bulaa naannoo buni itti omishamu jiraattan galii jirujireenya
maattii isaan omisha bunaa kanaa irraatti kan hunda’edha. Haata’u maale ittifufinsa
bulchinsa qonnaa naannoo buni itti omishamu yoo hinjirannee, qilleensa naannoo faalamun
isaafi dhiqama biyyoo irra gahuu danda’a. kun immoo faalamin biyyoofi bishan fayyaa qote
bulaa(lubuuqabiyeewan) irraatti Fidu kan sliphaa ta’uu mitti. hojumaata kanaan yoo
deemamee ta’ee omisha bunaa qulqulinaafi baayina isaa irraatti dhiibbaa olaana ta’ee fidu
danda’a.

HOJUMAATA
BADAA

HOJUMAATA
GAARII

Omisha bunaa fuula duraaf Ittifufinsan akka omishamu yoo barbadamee Qamin isaa ilaalu
hundii waliin qindayudhaan ittifufinsa bulchinsa omisha bunaa mirkanneesun irra Eegama.
Toofitaa qote bulaa Omisha bunaa ittinguddisuu Qote bulaa birraan gahuudhaaf hojjin
ittifufinsa qabu qote bulaa bunaa omisha irraatti hojjachun dirqama.
Qote bulaan Bunaa Omishu Hojumaata Omishin
bunaa Ittiguddatu Hojjachu danda’a? Qajeelifama

Hojumaata bulchinsa kunuunsa bunaa kan itti
raawwatamu kanaa kan Qopha’ee. Kunii
murteedhaan “Ulagaalee Ittifufinsaa Qonnaa
bunaa qabuudha.” Bara 2010 Haggayaa
keessaatti Qopha’era. Ulaagaaleen kuni kan inii
ufisuu barbachisuma ittifufinsa omisha buna walin
kan waliqabateedha. Kanaa irra ka’amee
bareefaminne kun baayee gaarii ta’uu isaa
mirkaannayera.

2

Seensaa

Haaliduree Waraqaa Ragaa
Dhimmoon asiingadditti bareefaman ulaagalee gaddii-Aanaadha
Qabamanniidha.

1. Ulaagaale keessaa qabixii 80% argachu. (ulaagalaa waligalaa 99
qaba.)

2. Ulaagaale keessaa qabixii 50% argachu. (ulaagalaa waligalaa 10
qaba.)
3. Ulaagalee Dirqamaa hundaa Argachuu/Guutachu/.(Ulaagaa
Dirqamaa 15.)
Qote Bulaan ulaagalee hundaa guutu yeroo tokkoo keesssaatti hinguutu
ta’aa. Haata’u malee Qajeelfama kanaa keessaatti Qote bulaan
hojumaata isaan sireefachuudhan ulaaga omisha bunaa yeroo gabaaba
keesssaatti guutachuu danda’a. Kanaa maalee naannoo biqiltuu bunaa
ittidhaabbatu, naannoo buni ittimiiccamuufi bulchinsa seera omisha
buaa ittiomishamu fooyeefachudhan ulaaga RA guutuun ni-danda’ama.

Baafataa Qajeelfamoota Baahan
Qajeelfamin kuni Boqqannoo 8 offikeesssaatti hammatee ulaagaa bu’raaleetti hunda’ee.
Boqqannoo 1:
Bulchinsa ilbisootaa Omishaa
Bunaa irraatti

Boqqannoo 5:
Eegumusa Biyyoo


Fuula 4

Ulaagaa 8

Ulaagaa 9

Boqqannoo 2:
Bulchinsa Egumusaaf Qabinsaa
Qorichoota

Boqqannoo 6:
Bulchisa Xurii, Balifaa,
Haraa manaa

Fuula 10

Ulaagaa 6

Ulaagaa 10


Boqqannoo 3:
Eegumusaa Sirnakkoo

Boqqannoo 7:
Naannoo Hojji Hojetaaf
Mijaa Godhu

Fuula 12

Ulaagaa 2

Ulaagaa 5

Boqqannoo 4:
Eegumusaa Bishaan

Boqqannoo 8:
Bulchinsa Qonnaa

Ulaagaa 4


Fuula 16

Fuula 19

Fuula 21

Fuula 24

Fuula 25

Ulaagaa 1

3

Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

Boqqannoo 1


Bulchinsa ilbisootaa Omisha
Bunaa irraatti

Ittifayadamin qorichaa kan ittigargaramu qabu ilbisaaf dhukubba dhorguuf qofaa
ta’uu hinqabu.Buni yoo fayyaa ta’ee ilbisaaf dhukubaa irra blisaa ta’uu danda’a.
Haata.u maalee yeroo buni ilbisootaaf dhukuban qabamee qoricha malee, buna irra
ilbisootaaf dhukubaa ittisuun nidanda’ama. Kutaa kanaa keessaatti qorichaa malee
ilbisaaf dhukubaa toofitaa offirra ittisuun ittidanda’amu yaalamee.

Ittifayyadama Dikee
Midhaan dikee gahaa ta’ee yoo argatee omishaa gahaa ta’ee kennu
danda’a. buna haadoo fayyaa ta’ee immoo kan ilbisaaf dhukubaa offirra
ittisuu danda’a irra omishuuf dikee gahaa ta’ee bunaatti godhamun
dirqama.Bunaa haraafi kg 5 buna hundee tokkoo, 10 kg immoo bunaa
Haadhoo ta’eef godhuun ni-barbachisa.
Buna miiccame qolaa isaa irraa deebi’amee, dikee irra hojachuudhan
ittifayyadamun omisha buna akka dabalu beekuniif, haraafi Haftee
mindhaan irra dikee qopheesun ni-danda’ama.

Kg 7-10 Dikee qopha’ee

hundee bunaa tokkoo jalatti
godhamu

Mukaa buna isaa oddo hintuqinne hundee
jalaatti qofaa godhun (where there are feeder
roots underneath). Akka biyyoon walimaku
jalaatti godhu. Kun immoo albuuda nyaata
hundee bunaatiif nidabala.

Dikeen Ergaa ittigodhamee boodaa biyyoon
hundee jalaa jiru walin walimaku isaa
(uffachuu) isaa mirkanneefachun
barbachisa.yoo walihinmakinnee dikeen kan
akka roobaaf qilleesinsaan albuudan dikee
keessa dhiqamu danda’a, kanaafuu akka
biqiltun albuuda dikee yeroon fudhaatu
godhuun gaariidha.

4

Ittifayadama baayina xaa’oo beekudhaaf, dursaa xinxaali biyyoo godhu YKN Xinxaala baala
biqiltuu midhaan godhuudhan albudaa kamitu akka hiratee beeku, Ogeesa Mala Qonnaa
keessan Qunnamu YKN gaggeesa Garee Gargaarsa faki biyyoo xinxaala argachuuf
raawwachu.
LABORATORY ANALYSIS AND RECOMMENDATIONS

Yeroo tokkoof bu'aa xinxaala
biyyoo laabiraatoori Qorannoo
Qonnaa irra argamee booda
biyyoo keessaatti albuuda
kamitu hiratee YKN guutu
akka ta'ee argamuudhaan,
ajajaa kennamee gabaasa irra
hordoofun nidanda'ama.

Clay based

N/A

N/A

5.2

6.5 - 7.0

Low

10

10 - 20

Normal

12

10 - 20

Normal

4

5 - 10

Normal

35

150 - 200

Low

7

2-5

Normal

4

5 - 25

Low

10

10 - 20

Normal

7

.5 - .5

Low

.25
.35

.5 -.5
1 - 100

Low
Normal

.52

0 - 30

Excessive

.2.5

7 - 10%+

Low

1/4”

7” - 10” +

N/A

.1.7"

N/A

N/A

Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

Xinxaala Biyyoo

Fakii Bu’aa xinxaala Biyyoo, Saaduqa dimma keessaatti kan
mulisu Albuudan biyyoo keessaa jiruuf kan hiratee YKN kan
gahaa ta’ee jirachu isaa mulisa.

Ittifayadama Xaa’oo keemikaala

Hubachisa: Qonnaan Bulaa Uumamaa yoo jiratee, kutaan kanaa hindabalatu/hinilaalatu/

Xaa’oo Keemikaala yoo ittigodhamuuf yaadamee offiegannoodhaan
baayina isaa madaludhan hanga barbachisu ittfayadamu, Meeshalee
madaali ittifayadamu, Fkn gaaloon zeyitaa ykn Margariidhan
ittifayadamun madaludhan baayina ajajamee beekudhaan fayadamamu.

Ittifayadama xaa’oo lafaa gaddisa mukaa qabu jalatti

Xaa’oo Ufisa, lafaa xaa’oo
ittinaqamee biyyoo irraatti ufisu

5

Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

Buna Maqqaasu/Muruu/
Buna maqqaasuun omisha buna guddisuuf
hundeen buna akka fayyaa argatu godhaa.
Dameelen hundee buna irraatti yoo Kan goggaan
irra himuraminnee hundee buna irraatti ilbisootaaf
dhukuba fidhudhaan garaa dameelee fayyaa ta’an
irraatti dabarisuu danda’a. Kanaa malee damee
omisha kennuu irra albuuda nyaata hundee bunaa
irraa hirachuudhaan dameele birra akka fayyaa
hinargannee, omisha gahaa ta’ee akka
hinlaannee godha, kanaafuu irra maqqaasuun
barbachisaadha.
Kichuun damee lammafa yoo irra hinmuraminnee
sirnna nyaata albuuda hundee buna irraatti
midhaa fidu danda’a, kanaa maalee kichuu irra
muruun hundee bunaaf ilbisootaaf dhukubaa adda
addaa akka hinqabaminneefi qilleensa mija’aa
ta’ee biqiltuuf Uumee akka buni ililii baafatu
godha.

Damalee lammafaa irra muruu

6

Removing suckers from the main stem

Damee Goggee/du’ee irra muruu

Damee/damee irraatti margee mruu

Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

Firii Dulooma irraa Guuru

Dhukuba IJaa
buna dimma
uru

Ilbisootaaf Dhukubaa maasi bunaa keessaa
balieesuudhaaf firii bunaa Bara baraan hundee buna
irraatti hafuu irra gurudhaan bishan o’aa keesssaatti
danfisuudhan boola qopha’eef keesssaatti awalun
ilbisootaaf dhukubaa hundee bunaa keesssaatti dadarbuu
akka dhabatuu godhu ni-danda’ama.

Firii Danfisamee Boola
qopheesudhaan keesssaatti naqauu

Firii dulooma irraa Guuru
Omishan buna firii hundee irra egaa sasabun booda, firii
dulooma ta’ee, Kan omishi isaa hinbarbadaminnee hundee
bunaa irra guuruudhaan walitti qabachun dirqama qote
bulaa tokkoodhaa.Yoo irra hinguuraminnee ilbisootaaf
dhukubaa adda addaa fidhuudhaan hundee buna irraatti
firii omisha booda uumamuuf rakkoo fidu danda’a

Hundee bunaa firii dulooma irraatti
hafee

Firii dulooma irraa Guuru

Buna qoshee /buna qulqulina
hinqabinnee/ goggisuu

7

Ittifayyadama Baala Biqiltuu Reeffa Ittiin dhiqamu
Hunachisa: Buna Uumama Garaa alaaergamu, United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu abba
waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama
Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

“Pyrethrum” jedhamuu ililii
isaa irra cuunfamee Kan
hojatamuudha. Afriikaan
Qorica U. Chrysanthemum
jedhama kanaa, biqiltun Kun
naannoo badda Rwaandaa
keesssaatti waan biqiluuf,
Biyya kanaa keesssaatti
warsha qoricha kanaa
cuunfee qopheesu waan
jiruuf.
Afriikaan Chrysanthemum

Qoricha ilbisa uumamaa
“Pyrethrum” irra hojatamee

45ml “Pyrethrum” bishaan leetera 15
walimakuudhaan biifituudhaan biifuu nidanda’ama

Hogga meeshan/a cap/
gutu tehai 20ml welkita
Pyrethrum” Ittifayyadama

“Olokeen” buuphaa isaa baala irraatti buusa, kanaafu
yeroo biifaan raawwatuu baala bunaa gamaa
gadditin itti facaasun ni-barbachisa.

Keesa Olokee

Olokeen buupha’a ishee
baala gajalaatti buusa

8

Baala gamaa lammaanu ittibiifuu.

Qamaaxira ilbisoota
Qamaaxiri ilbisoota meeshaa Hammayaa kan ilbisootaa
ittintooatamu fi ilbisaa hundee bunaa Uru dhorguudhaaf kan
gargaruudha.meeshaa kan yoo ittifayyadamitan hundee tokkoof
tokkoo irraatti 100 barbachisa.
Ilbisootaa kan ittigurman
laastikadhaa

Bulchinsa ilbisootaa
Omisha Bunaa irraatti

Hunachisa: Bunaa Uumamaa Garaa alaa ergamu United States tiif, itti godhuun dhorgadha. Kanaafuu
abba waraqaa ragaa kennuu wajjin mariachundaan ilaaluun nidanda’ama.

Toofitaa ilbisin ittiqabamu

Meeshan ilbisa qabuu yoo hintolee meeshaa laastikaan qabuun
ni-danda’ama.Hundee bunaa kan uru qalaqmin diimmaa waan
offiitti harkisuuf ilbisoota guurun salphaa ta’uu danda’a, kanaafu
qalamaa diimma ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf
gaariidha.oddoo qorichaa tokkoo ittifayyadamin offirra eguun nidanda’ama.
Kanaafu qalamaa huduman yoo ittifayyadamun ilbisaa kanaa qabuuf gaariidha.oddoo qorichaa
tokkoo ittifayyadamin offirra eguun ni-danda’ama.

9

Boqqannoo 2

Egumusaaf Qabinsaa Qorichoota
Egumusaaf Qabinsaa
Qorichoota

Hunachisa: Qote bula miseensa Bunaa Uumammaa yoo ta’ee isin hinilaalu.

Qoricha kamiyuu bunaa irraattii ittifayyadamun dhorgadhaa, kanaafu filannoo garagaraa
ittifayyadamudhaan libisaaf dhukubaa offirra ittisuun ni-danda’ama. Kanaan alaa yoo
qorichaaf xaa’oo itti fayyadamintan qamaa namaa akka hintuqinnee offi egachuudhan
ittifayyadamun ni-barbachisa. Yoo kun hingodhaminnee qaama namaa irra rakkoon
dhaaqabuu danda’a.

Meeshaa Qaama Offiirra Ittiittisan (PPE)

Yoo qorichaa biifuu barbachisa ta’ee argamee
meeshaa qaama keenya guutu guutudhaan nuirra
ittisuu danda’u Ufachuun barbachisaadha.
Meeshaleen kunsi: Koofiyaa, meesha ijaatti godhamu,
meeshaa funyaaniittii godhamu, ufaata qama guutu,
kophee miilaaf harkaatti godhamu godhachu.
Kanaafuu qorichii qamaa namaa iddoo tokkoo elee
tuquu hinqabu.
Meeshaa qoricha Gingilchu Ufachuun
barbachisaadha.

Ufata Awwara (kan
Ijaa, Kan Funyani,
Afaan, Mataa, kan
kana fakatanidha.)

Ufata Awwara (kan
Ijaa, Kan Funyani,
Afaan, Mataa, kan
kana fakatanidha.)

Meeshaa qoricha
Gingilchu

Hunachisa:
Offi Eegannoo, Meeshaa Qaama
Offiirra Ittiittisan, Ulaaga
Dirqamaadha

Yoo Xaa’oo ittifayyadamin gaantii
Harkaa godhachu, “gloves” Xaa’oof
duwwaa harkaan tuquun dhorgadha.

10

Qoricha seera alaa mana
keesssaatti kuufamu
hinqabu, Ijooleen
fudhatan akka bishan
ittifayyadamu waan
danda’anniif oddo
hinbeekinnee, kanaafu
irra fageesudhaan
kuusun barbachisadha.

Egumusaaf Qabinsaa
Qorichoota

Kuusa Qoricha Eegumusa Godhuuf

Qoricha Alawaadaa kuufamee

Qoricha Siree jalaatti
kuufamee

Qoricha yoo kuusun
barbachisa ta’ee argamee
mana jireenya alaa iddoo
kophaa ta’ee, ijooleen
hingeenyeetti qopheesudhaan
kuusun dirqama. Kanaa malee
iddoo qorichi jiru
mallattoodhaan beekisisuu
dirqama.kuusaan manaa
qoricha kan ijaaramu kanaafi
jedhamee qofaa ijaarmuu
dirqma abbaa qoricha
ittifayyadamuudha.
Ijaarsii mana kanaa kan
bishaniif rooba keessa
hingalichinnee ta’uu qaba

Biqiltoolee Daangaa Maasii Irratti Dhaabaman
Qoricha yoo hundee bunaa irraatti
facaasatan ta’ee, mukaa daangaa
maasii bunaaf maneen naminne
keessaa jiraatan adda baasun dirqama.
Kanaa malee karaa elee yoo jiratee
akka naminnee qoricha biifamaa jiruun
hinfalii gochun dirqama.

Mukeen daangaa maasiif
manaa jedduu dhabbatan
jiran.

11

Boqqannoo 2

Eegumusaa Sirnakkoo
Maasii bunaa naannoo sirnakkoo jirutti yoo misoomaa jiratee, kuns Bosonaa, Bishan Caffaa,
Haroo, ykn lagaa, seeran eegumusaa isaa sireefachun dirqama. Qote bulaa abba maasi
ta’een sirnakkoo baleesuun dhorgadha. Kanaafuu yoo eegumusi sirnakkoo misooma bunaa
waajjin walikeessaa makaa ta’ee jirachuu danda’a. kanaa malee boqannoo kanaa
keesssaatti seera bulchinsa haawwasichaa sirnakkoofi maasi bunaa wajjin haali itti hojatamu
nibarreefama.

Eegumusaa Sirnakkoo

Mukaa Bosonaa Muruun Dhorgadha
Sirnakkoo, kunsi Bosonaa, Bishan caffaa,
haroof laggaa naannoo maasi bunaa yoojiratee
naannoo kanaa irra eegumusa isaa godhun
dirqama.mukaa ta’ee mindhaan naannoo kanaa
muruun dhorgadha.

16

Hunachisa:
Eegumusaa Sirnakkoo
dirqama

Qusannoo Huminaa Sunsumaa
Nyaataa qopheesudhaaf abidii barbachisadha,
yaata’u malee sunsumaa gaarii hinta’annee yoo
fayyadamannee abidaa gahaa ta’ee argachu
hindandeenyu. Kuns sunsumaa qilleesnsaaf banaa
ta’ee yoo ta’ee humina jiru ni-qisaassama.
Kanaa malee namin hojetu aaraaf saaxilama,
kanaafuu sunsumaa qilleesaaf banna hinta’aneetti
fayyadamun humina abida gahaa ta’ee argachu
nidanda’ama.
Kanaa malee muka qoraan baayee xinnaa ta’een
hojjachun nidanda’ama. Biqiltuun akka baayinaan
dhaabatuu fi guddisuun ni-gaafata.

12

Mukaa Gaaddissa
Faayeedaan Gaaddissa maasi bunaa keesssaatti oliaanaadhaa, maasi bunaa akka biyyoon isaa
omisha gahaa ta’ee kennu danda’uuf baali isaa harica’uu immoo garaa dikeetti jijjiramee lafaafi
albuuda nyaata hundee bunaaf ta’uudhaan faayada.

Eegumusaa Sirnakkoo

tokkoo elee yoohindhaabanne omishinne
buna yeroo duraaf argachuun ni-danda’a
ta’a. Haata’u malee fuula duraa biyyoon
albuudaa keessaa waan lolaafi
bubbeedhaan fudhatamuuf omishin
bunaa barootan dhufaan keesssaatti
waan xinnaatuuf, xaa’oon elee yoo
ittigodhamee lafaa kanaa garaa maasi
omisha gahaa ta’ee kennu danda’uutti
jijjiruun hindanda’u.

Maasii Bunaa Gaaddissa malee jiru

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna
irra jirachuu omisha bunaaf
gaariidha.Mukin gaaddissa bunaaf
gaariidha, yaata’u malee maasi bunaa
keesssaatti yoo hinto’ataminnee omisha
bunaa irraatti dhiibba fidu danda’a.
kanaafuu muka gaaddissa maasi buna
keessaa jiru to’achuudhan irra muruun
barbachisadha.
Gaaddissi bunaa haalaa gaarin
dhaabatee Bu’aan isaa
Bunaaf gaaddissa ta’ee adu
hamma irra dhoorgaa
Biyyoo niqabanneesa, bishan biyyo
keessaa Eegaa.

Mukii gaaddissa walifakatee maasi buna irra jirachuu
omisha bunaaf gaariidha

Hundeen Mukaa Biyyoo qaba, Eegumusa biyyoof.
Baali gaaddissa yeroo lafaa irraatti bu’ee dikeefi afaa ta’ee dikumma lafaa dabala.
Maasi keesssaatti lubuqabiyee eegaa, haalaa qilleensaa mijeesa, yeroo qilleensa gogga bunaa
goggissaa irra eegaa.
Kan akka mukaa laafitoo biyyoo keesssaatti hojjii albuuda nyaata bunaa biyyoo keesssaatti dikeesa.
Mukiin tokkoo tokkoo Qote bulaaf gaalii dabalataaf gargaru.
Gaaddissi waan maasi keessaa jiruuf omishin bunaa waggaa waggaan dabaluu danda’a.

13

Gaaddisn Bunaa yeroo dhabatu fageeny isaa walirra 6 M X 6 M Jiduisaan. Walittidhiyeesan dhaabun
dhoorgadha.
Hubachisa: Naannoon Oromiayaa Gaaddissa naannaa offi (biyyaa keessa) jiru dhaabachun isin irra
eegama.
Mukii kun mukaa biyyaa
keessaa YKN alaa dhufee
misooma jiru ta’ee hojjii
Mukaa Gaaddissa
misooma qonnaa keesssaatti
bu’aan isaa maasi
Leuceana
keesssaatti walimakka ta’ee
Markhamia
yoo misoomee, “agro forestry
Calliandra
system” lafaa
Alnus
Inga
gabbisuudanda’a.

Eegumusaa Sirnakkoo

Ficus
Polycias fulva
Cordina Africana
Maesopsis

Mukni akka Bargamoo garuu
naannoo bunaa keessaa
dhaabun dhoorgadha. mukii
bargamoo bunaaf mindhaan
birra mija’aa mitti, omishaa
irraatti dhiibba fida.

Markhamia

Calliandra

Inga

Alnus
Leuceana

14

Polycias fluva
Ficus

Eegumusaa Sirnakkoo

Mukeen firii isaan nyaataman
kan akka mango, avocado,
Muuzaa, fi papaya maasi
bunaa keessa dhaabun qote
bulaa irra eegama. Yeroo
dhaabatu hundee bunaa irra
fagaachuu qaba, akka nyaata
albuuda irraatti
walhinsaminnee.
Maesopsis

Papaya
Orange

Macadamia

15

Boqqannoo 4

Eegumusaa Bishaan
Bishaan lubuudha. Burqan bishaan yoo falamee, lubuulee namaa, fi horii ta’ee kan akka
qurxumiif lubuuqabiyee bishaan keessaa jiran hundee dhabamu danda’u. yoo burqaan
goggee immoo jiru lubuqabeeyee keessaa jiraaniif jirachuuf rakkisa ta’a. kanaafu burqaan
bishaan Eegumusaa isaa cimmisuun dirqama

Eegumusaa Bishaan

Meeshalee biifituu Miiccuu

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda
meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin
isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti
kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti
naquudhaa. Kanaa malee naannoo lagaa,
burqaa bishaan, jirutti naquun barbachisa mitti.
Lubuqabeeyawwan waan ajjeesuuf.rakkisa
ta’a. kanaafu burqaan bishaan Eegumusaa
isaa cimmisuun dirqama

Qorichootaa adda addaa egaa biifamee booda
meeshaa ittin biifamee seeran dhiqamee xuriin
isaa iddoo boola isaaf qopha’ee keesssaatti
kasalii boola keesssaatti qopha’ee, jirutti
naquudhaa.

Xurii Bishan manaa keessaa
Wayaafi meesha manaa keessaa yeroo dhiqamu xurii isaa karaa lagaaf burqaa bishan deemu
hinqabu. Yoo deemee immoo bishan nifalamaa lubuqabeeyeen keessaa jiran ta’ee kan bishaan
ittifayyadaman irraatti rakkoo fayyaa miidhuu fida. bishan kun dhugaatiif ta’ee waan birra ta’uu
hindanda’u, kanaafu xurii dhiqaa offi eegannodhan iddoo qopheef qofaatti naquun
barbachisaadha.

16

Eucalyptus near streams

Baargamoon biqiltu biyya Afirkaa m Eucalyptus near
streamsitti, kan dhufee naannoo rakkoo qilleens jiru irra
kan baratameedha. Baargamoon yeroo naannoo burqaaf
lagaa bishan yoo dhaabatee lafaa jalaan bishan gara offi
harkessee naannoo isaa iraa bishan akka dhabamu godhu
danda’a, YKN goggosuu danda’a.
Kanaaf naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun
dhorgadha. Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii
buqisuu barbachisaadha.
Naannoo bishan jiru Baargamoon dhaabun dhorgadha.
Baargamoon yoo dhaabatee jiratee achii buqisuu
barbachisaadha.Akene yoo Gone bishan lagaaf burqaa
fuleduretilai niagema.

Eegumusaa Bishaan

Bargamoo naannoo lagaa dhaabatee

Bargamoo dhaabatee naannoo lagaa irra buqisuu

Burqaa Goggoogee

17

Naannoo Burqaan bishaan jiru mindhaan jirachu hinqabu
Bunaa YKN Muduraleef Kuduraan naannoo lagaafi
haroo jiru yoodhabatee, biyyoon naannoo saan jiru
dhiqamu danda’a yoo qoricha itti fayyadan elee
falamin bishaan irraatti godhamu danda’a.

Eegumusaa Bishaan

Naannoo bishan jiru biqiltu kamiyu dhaabun
dorgadha, yoo amman dura dhaabatee jiratee
tutuquu irra dhaabachu qaba, qoricha naannoo
saan keesssaatti biifuun dhaabachu qaba.

Bishaan Roobaa Cimmifachuu
Roobin Burqaa
bishaaniidha. Roobin
yeroo ganna roobu mana
irraa cimmifachuudhan
eega qulquleesinnee
boodaa itti fayyadamu
nidanda’ama. Kanaa
immoo kan qote bulaa
gargaruu yeroo bonaa
deera saan keessatt
bishan itti fayyadaman
argachuuf toofitaa
gaariidha.

Xuriif Haraan manaa, Burqaa bishan seenu hinqabu
Xuriifi haraa manaa kamiyuu naannoo burqaa
bishan jirutti kuusuun ta’ee ittigatuun Dhoorgadha.
Kanaafuu toofitaa haraa ittigatamuu tolifachun
Qote bulaa irra Eegama.
Hunachisa:
Bishaan qulquluu ta’eef
Bishaan Xurii irra bilisa
godhuun, “Dirqama
Ulaagadhaa”

18

Boqqannoo 5

Eegumusa Biyyoo
Biyyoon Qonnaaf Bu’uraadha, Biqiltuudhaa lubuudha. Keesaahu biyyooni gubbaa
(top soil) jiruu nyaata albuudaa mindhaan Gahaa ta’ee offi keessaa waan qabuuf
mindhaan gargaraaf baayee gaariidha. Haata’u malee yoo qilleesnatti afaamee
albuudan isaa keessaa dhiqamuu danda’a. boqqannoo kanaa keessaa toofitaa itti
Eegamu danda’u ilaala.
Magariisa (Biqiltuu) Ittiufisuu

Biyyoon tutuqaa adda addaaf yoo saaxiilamee, akka
salphaatti lolaa bishaanttin ta’ee Bubbeedhan
fudhatamu danda’a. kanaa malee lafitti sigigaatee
naannoo irraatti balaa gaggeesu danda’a.

Eegumusa Biyyoo

lafitti sigigaatee tabaa ta’ee biyyoon isaa lolaadhaan
fudhatamu isaa irra naannoo irraatti balaa gudda
ta’ee uumu danda’a.

Rakkoo kanaa ittisuuf lafaa biqiltuu adda addaattin Ufisuun ni-barbachisa. Lafaa qulaa ta’ee
dhiisuu irraa afaa maragaa irraatti uffisuun akka biyyoon, lolaafi bubbeedhaan hindhiqaminnee
gargaraa. kanaafuu lafaa irraa margaa magariisa irra balisuun YKN dhabimsiisuun barbachisa
mitti.

19

Marigaa Iddoo Qulaa ta’ee irra Dhaabuu
Teeson lafaa keenya yoo tabaa qabatee, lafaa
keenya kanaa irraatti biqiltuuf margaa adda addaa
yoo dhabatee akka biyyoon bishaniniif bubbeedhan
hinfudhataminnee dhoorgaa. Kanaa malee daagaa

Margii lafaa tabaa keesssaatti dhaabatee lafaatti akka
hindhiqaminnee dhoorguu irraa margaa irra jiri
haamudhaan afaa buna jalaafi (Mulchining) ittifayyadamun
nidanda’ama, margaa hafee immo horiin akka nyaatan
godhuun bu’aa guddadhaa.

Eegumusa Biyyoo

Marigaa Ittisaa Eegumusa
biyyoofi Gargaruu.

Elephant grass
Napier grass
Themeda triandra
Tripsacum
Calliandra

Afaa Bunaa

Calliandra

Temeda

(Hubachisa: Calliandraan Margaa
mitti. Yaata’u malee yoo irra
hamammee, deebi’ee margaa
hojjii egumusa biyyoof bishaniitiif
baayee gargaraa, kanaa malee
kan irra hamammee nyaata horiif
gargara.)

Bunaa jalatti afaa godhuun lolaan bishaniif bubbeen akka biyyoo hinfudhannee dhoorgaa. Margii
afaa ta’uu immoo waggaa tokkoon booda garaa biyyootti jijjiramee albuuda biyyoo keessaa jiru
dabaluu danda’a. kanaa malee akka araman hinbiqilee maasi keesssaatti dhoorgaa, biyyoo keessaa
bishaan akka jiraatuu godha. Afaa bunaa ta’uu danda’u margaa adda addaa ta’ee kan akka hafitee
mindhaan boqqoola,muuzii baalaa adda addaa mumuramee lafaa irraatti furdinna afaa CM 5
afuudhan itti faayadamun ni-danda’ama.

20

Boqqannoo 6

Bulchisa Xurii, Balifaa, Haraa manaa
Maasii Qote bulaa keesssaatti Haraa manaa (Balifii)
kan Uumammaaf kan uumammaahintannee
lammanu nimulata. Haraa manaa(Balifii) yoo
qabinsaan alaa awalammee YKN Gubatee
faalamaa naannoo keesssaatti rakkoo inni uumu
oliaanaadhaa. Kanaafuu haraan manaa keessaa
YKN balifii qabinsii isaa seeran kuufamee garaa
dikeetti jijiramu qaba.
Haraa manaa
ke
Gubuun dhoo essaa bahee (Balifaa)
rgadha. .

Bulichinsa Haraa Manaa (Balifaa) Laastika
Laastikin dikee ta’ee
garaa biyyootti jijiramu
hindanda, kanaafuu
lafaa irraatti gatuuni
faalama biyyoo waan
fiduuf Laastikin dikee
ta’ee garaa biyyootti
jijiramu hindanda,
kanaafuu lafaa irraatti
gatuuni faalama
biyyoo waan fiduuf

Laastika lafaa irraatti gatamee

laastikaa joniyaa keesssaatti
kufamee

Bulichinsa Xurii, Balifaa(Haraa Manaa) Uumammaa
Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee mindhaan akka
boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee adda addaa irra dikee
uumammaa naanno manaatti hojachuun nidanda’ama.Kun immoo omisha
buna waggadha waggaatti dabalu danda’a

Bulchisa Xurii, Balifaa,
Haraa manaa

Jooniyaa keesssaatti
walittiqabuudhan gara
warsha akka deebi’ee
deemu godhu
barbachisa

21

Toofitaa Dikeen itti Hojjatamu/Qophaa’u
Haraa mana Alawaada keessa bahani, falittii Horii, Hafitee
mindhaan akka boqqooola, Muuzii, fi baala kuduraaf muduralee
adda addaa irra dikee uumammaa naanno manaatti hojachuun
nidanda’ama.Kun immoo omisha buna waggadha waggaatti
dabalu danda’a
Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa
irraatti naquu barbachisa. Yoo haala kanaan qopha’ee albuuda
nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Galabaa
Baqoolaa

Dikee gaddisa jalatti booli
qopha’eef

Bulchisa Xurii, Balifaa,
Haraa manaa

Damee irra
muruu

Yeroo Boola keesssaatti dikeen qopha’u baalaaf margaa magariisaa
ta’ee mummurdhan keesssaatti gatuu, kan akka haftee mindhaan,
mindhaan deedhii, keesssaatti kuusuu, yoo danda’amee baalaa
Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti dabaluudhaan albuudan
dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u waan godhuuf
ittidabaluudha.
yoo danda’amee baalaa Tithonia, baalaa Bakulee(Mixaaxisa) itti
dabaluudhaan albuudan dikee keessaa jiru gahaa ta’ee akka qopha’u
waan godhuuf ittidabaluudha. Kunsi kan akka albuuda Zinc, Boron
dabaludhaan omisha buna gahaa ta’ee qote bulaan akka argatu
godha.

Haftee
Mindhaan

Tithonia

Bala Dubbafi
Bakulee(Mixaa
xisa)

Dikeetti dabaluuf
mumuraamu qaba.

22

Mana alawaada keessaa Daara fudhachuudhan keesssaatti firfirsuu, kun albuuda nyaata bunaa gaari
jedhamu offi keessaa qabaa, kan akka Potassium, Calcium, Sodium and Magnesium.
Qolaa buna

Haraa manaa Alawaada

Mana alawaada keessaa
Daara fudhachuudhan

Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa
ka’ameen walirraatti tuuludha (ittidebeseni tuulu
keba)..
Dikee qopha’a jiru baayifachuuf toofitaa
ka’ameen walirraatti tuuludha, kanaa malee
turban lamma booda dikee gagaragaluudhan
yeroo qophii isaan itti dika’u gabaabisuudhan
dikee gaari ta’ee qopheesun nidanda’ama.
Dikee keessa isaa baayee ooinaa waan qabuuf
kessaa isaa kanaa to’achuuf mukaa deera
keesssaatti suuqu barbachisa isaan to’achuuf.

Bulchisa Xurii, Balifaa,
Haraa manaa

Dikee qopha’aa jiru gubbaa isaatti Doqee looniif biyyoo gubbaa irraatti naquu barbachisa. Yoo haala
kanaan qopha’ee albuuda nyaata hundee bunaa gaari ta’a.

Dikeen haala kanaan qopha’ee ji’aa 2 irra
hangaa 3 keessaatti bilichatee hojii irra oluu
danda’a. kun immoo omisha buna fooyyesa.

23

Boqqannoo 7

Naannoo Hojji Hojetaaf Mijaa Godhu
Hojetan yeroo naannoo hojii keessaa jiratee naannoo hojjii isaa saan keesssaatti, hojjetaa
seera bulchisa hojetootatin Eegachuudhan bulchun dirqama.

Bishaan qulquluu dhiyeesuufin dirqama
Bishaan Dhugaatti ta'ee kan qamaa
isaa itti qulqulinaa eegatuu Naannoo
hojjii keesssaatti hojjetaaf dhiyeesu ykn
jirachun isaa dirqma.

Ijoolee Mana Barumusa keesssaatti

Naannoo Hojji
Hojetaaf Mijaa Godhu

ijooleen yoo maatti isaan gargaran
ta’ee yeroo mana barumusa hinjireefi
yeroo boqqannoo isaa qofa ta’uu
qoba.kanaa malee ijooleen hojjii
olifaata ta’ee hojjachu hinqaban.

24

Hunachisa:
Ijoolee umrin isaan 15 gaddi ta’ee
hojjachiisun Dhorgadha,
“Dirqama Ulaagaadha.”

Boqqannoo 8

Bulchinsa Qonnaa
Karoora
Qajeelifamootaa asi keesssaatti bahee hundaa hojjii irraa olichuun dirqama. Hojjii kanaa immoo
raawwachuuf gosaa hojjii irraattii karoorifachun hojjii dura hojjatamuudha. Kanaafuu gosaa hojjii,
yeroo hojjii, fi abba hojjii kanaa raawwatuu ramadudhan hojachun dirqama.

Karoora keesssaatti Ragaa
maali bareefamu qaba





Gosaa hojjii
Yeroo hojjin fudhatu,
Abbaa Raawwatu,( raawwachisu).

Hojii Gosan erga Karoorifameen booda, Suuri
maasiif iddoo hojjiin ittiraawwatamu nibarbachisa. Suuraa Maasi ittifayadamuudhan
iddoo lolaan, biqiltuun mukaa, Bosonaa,
Bishan caffaa jiru addaan baasudhaan hojii
Eegumusa Biyyoof bishan keesssaatti
hojjachu, dhaabuuniif Eegumusi akka
Godhamuuf Ragaadhan adda baasun
dirqama.

Ragaalee Bareefaman Qindeefachu

Gosaata hojjii ergaa qindayee booda, ragaalee
baruudhan bareefamee qindayu barbachisa. Kun
immoo toofitaa karoora hojji keenyaaf gosoota hojjii
keenya keesssaatti hojjiin ilaalaman hojatamun isaan
dirqama.

Bareefamaa Qorichaaf Xaa’oo
Naman hojetamuuf barbachisu.

• Maasa iddoo isaa ragaan bareefachu

qabachu
• Guyyaa itti raawwatamee bareefaman
qabachu.
• Maqaa Omishaa bareefaman qabachu.
• Baayina Maasa barun qabachu
• Ittifayadama Xoo’aa, Qoricha barun
qabachu.
Hojjii kan raawwatee barun
• Ogeessaa
qabachu.
hojji kanaaf oolan baruun
• Meeshaalee
qabachu.

Leenjii Hojjetaata Keessaatti
raawwatamu ragaan barun
barbachisu

• Guyyaa leenjii itti raawwatamee
• Gosaa leenjiin itti kennamee
• Maqaa leenjisaafi
• barumusaa isaa.
• Hirmatoota leenjii, gahee isaan,
mallattoo isaan

Hojetoota Qacaraman jiran
ragaaleen \barun jirachuu qabau.


Guyyaa itti qacaraman
• Maqaa hojetaa, ogumaa isaa,
barumusa isaa

• Gosaa hojjii itti qacaramee
meeqa guyyaatti akka
• Sa’aa
hojjetau kan ibsu
• Mindaa isaa Kan barun ibsuu

Bulchinsa Qonnaa

Bifaan Qorichaa yoo jiratee,
Dikee, ittifayyadama Xaa’oo Namaan hojjatamee
Mukaa, Margaa, Biqiltoolee,
Omisha sassabuun,
Leenjii hoetootaaf ta’ee Qote Bulaaf kennuun dirqama.
Ragaalee qabachu, yeroo hojetan qaxaramu, Ragaalee,
Waligaltee, qabachu

25